Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 8:11 - WAADAA LAMMATAA

11 «Eegasuu hiikkaan mammaaka kanaallee kana. Sanyiin dubbii Rabbiiti.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Hiikkaan fakkeennaa kana, «Sanyiin dubbii Waaqaati,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Eegasuu hiikkaan mammaaka kanaallee kana. «Sanyiin dubbii Rabbiiti.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 8:11
10 Referans Kwoze  

Namni dubbii jeennataa dhagayee yoo hubatuu baate, akka sanyii karaa keessatti facaafamtee ti. Hamtichi dhufee dubbii garaa isaa keessaa san facaafame keessaa guurata.


Kanaafuu battummaa maraaf hammeenna baayi'ee uf keessaa balleessa'aatii ka keessa keessaniitti dhaabamee lubbuu keessan fayyisuu danda'u, dubbii Rabbii fayyaalumma'aan fudhadhaa'a.


Yesuus ammallee, «Hiikkaa namicha sanyii facaasuu maal akka ta'e dhagayaa'a.


Achiin maayessa Yesuus akkana isaaniin jedhe: «Mammaaka kana hin hubannee? Eegasuu attamitti mammaaka biraa beettan ree?


Sanyiin karaa qace'etti bu'e sun namoota dubbii Rabbii dhagayanii akka isaan amananii hin fayyineef daabiloos dhufee dubbii san onnee isaanii keessaa fudhata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite