Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 7:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Yesuusillee kana dhagayee maalalfatee gara banii isa faanaa deemaaruutitti garagalee, «Ani isinitti hima, amantii guddaa akkasii Israa'eliin keessattuu sirimaa hin argine» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Yesus kana yeroo dhagayetti ni maalalffate, gara namoota isa horddofanii'llee gara galee, «Israa'eeliin keessattuu amantii akkana gonkumaa hin arganne, isiniin jedha» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Yesuusillee kana dhagayee maalalfatee gara banii isa faanaa deema'aaruutitti gara galee, «Ani isinitti hima; amantii guddaa akkasii Israa'eliin keessattuu sirimaa hin argine» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 7:9
9 Referans Kwoze  

Achiin maayessa Yesuus deebisee, «Dubartii nana, amantaan kankee gudda'a! Akkuma hawwii keetii siif haata'u» jedheen. Mucattiinillee yoma san fayyite.


Yesuus hennaa waan kana dhagaye maalalee worra isa hordofuun, «Ani isinitti himaa, Isiraa'eliin keessatti amantaa guddaa akkanaa nama qabu tokkochallee hin argine.


Haga Yesuus jinnii isa keessaa baaseen maayessa, namichi afaan isaa duuda'aa sun hin dubbate. Baniin baaseffatee, «Wonti akkanaa kun Israa'eeliin keessatti sirimaa ta'ee hin beeku!» jedhan.


Ani nama worra baallii qabu jalatti bulu. Anillee loltoota uf jalatti bulchu qaba. Isaan keessaa tokkoon, ‹Deemi› yoo jedhe, innillee hin deema; ka biraatiinillee ‹Koottu› yoo jedhe, innillee hin dhufa; hojjataa kiyyaan ‹Waan kana huji› yoo jedheen hin huja»


Worri ergamanillee hennaa gara manaa deebi'an hojjataa san ka fayyeeru argan.


Yesuusillee dubartii saniin amantiin kee si fayyiseeraa, nagayaan gali» isi'iin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite