Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 7:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Kanaafuu ani gara kee dhufuun naaf hin malu. Haata'uu ammoo afaanuma calla'aan ajaji, mucaan kiyya hin fayya jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Ani mataan kiyyaa gara kee dhufu'uuf nama gayee miti. Kanaaf ati achuma ta'iitii dubbii tokko dubbadhu, tajaajilaan kiyya'llee ni fayya.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Kanaafuu ani gara kee dhufuun naaf hin malu. Haa ta'uu ammo afaanuma calla'aan ajaji mucaan kiyya hin fayyaa» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 7:7
10 Referans Kwoze  

Namoonni maruu maalalfatanii, «Dubbiin akkanaa kun maal? baalli'ii fi hunnaan ayyaanota battii ajaja; isaanillee ajajamanii bayan» jedha'aa woliin qaaqan.


Martinuu, «Kun maali'ii? Baalli'iin ayyaanota battii ajaja; isaanillee hin ajajamaniif. Barumsi haarofni kun maali'i?» jedha'aa baaseffatanii wol gaggaafatan.


Innillee harka ufii hiixatee isa qaqqabeeniiti, «Hin fedhaa fayyi» jedheen. Yoma san dhibeen gogaa kukkutu sun irraa bade.


Yesuusillee isaan woliin deeme. Hennaa gara mana isaa dhiyaate ajajaan dhibbaa loltoota jaalalloo ufii gara isa ergee akkana jedheen, «Gooftaa'a, ati mana kiyya seenuun waan siin hin malleef hin dadhabiin.


Ani nama worra baallii qabu jalatti bulu. Anillee loltoota uf jalatti bulchu qaba. Isaan keessaa tokkoon, ‹Deemi› yoo jedhe, innillee hin deema; ka biraatiinillee ‹Koottu› yoo jedhe, innillee hin dhufa; hojjataa kiyyaan ‹Waan kana huji› yoo jedheen hin huja»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite