Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 7:42 - WAADAA LAMMATAA

42 Jarri lachuu waan kaffalan waan dhabaniif lamaaniifuu dhiise. Eegasuu isaan keessaa kamiin irra caalaa jaalata»?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

42 Lamaanuu ka liqeeffatan kafaluu dadhabinnaan, liqeessaan liqaa isaanii ni dhiise, eegaa, liqeeffattoota lamaan keessaa ka liqeessaan caalchisee jaalatu, kamiin sitti fakkaata?» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

42 Jarri lachuu waan kaffalan waan dhabaniif lamaaniifuu dhiise. Eegasuu isaan keessaa kamiin irra caalaa jaalata»?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 7:42
23 Referans Kwoze  

Obsa woliif qabaadhaa'a. Eennullee hiriyyaa ufii irratti komii yoo qabaate, dhiifamsa wolii godhaa'a. Akkuma Kiristoos isinii dhiise, isinillee akkasuma wolii dhiisaa'a.


Arja'aa fi garalaafeyyii wolii ta'aa'a. Akkumma Rabbi Kiristoosiin irraan isinii araarame, isinillee wolii araaramaa'a.


Akkuma durummaa Ayyaana Rabbiititti, dhiiga Kiristoosiitiin furamuu, araara cubbuu keennaa arganne.


Ka hujii seeraatiin ta'e maruu abaarsa jala waan jiraniif, «Kitaaba seeraa mara keessatti ka barreffaman ka jabaatee ittiin hin jiraanne maruu ka hujii irra hin olchine maruu ka abaarame!» jedhamee waan bareeffameeruuf.


Uduu nu dadhabdoota taaneerru, hennaa barri gaye Kiristoos cubbamtootaaf du'eera.


Isaan badhaadha karaa Yesuus Kiristoosiitiin ta'een akkanumaan kennaa isaatiin qajeellota ta'an.


Gooftaan isaallee aaree, haga gatii isa irra jiru maraa kafaluuf worra isa rakkisutti dabarsee kenne.


Akkuma nu worra nu yakkuuf dhiifnu, yakka keenna nuu dhiisi.


Gooftaan hojjataa sanii gaddee, gatii isaallee dhiiseefii, akka deemuuf gad isa dhiise.


Simoonillee deebisee, «Ka liqaan guddaan dhiifameef sani natti fakkaata» jedheen. Innillee deebisee, «Dhugama dubbate» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite