Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 7:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Isaanillee gara Yesuusii dhufanii, «Inni banii keenna hin jaalata, Mana Sagadaallee nuu ijaareera,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Isaan'llee gara Yesusii dhaqanii, «Kana isaa raawwachu'uuf nama malu,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Isaan gara Yesuusii dhufanii, «Inni banii keenna hin jaalata; Mana Sagadaallee nuu ijaareera,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 7:4
9 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo worri uffata ufii hin batteessine Sardeesitti namoota hago'otu si woliin jira. Waan isaanii male waan ta'eef isaan uffata adii uffataniiti na woliin deeman.


Abbaan manaa nagaya keessan yoo isinirraa fudhate, nageenni keessan isaanii haa ta'u, yoo fudhachuu baatan ammoo nageenni keessan isinii haa deebi'u.


Worri du'aa ka'anii fi biyya lafaa ta dhuftu keessa jiraatan ammoo, hin fuudhan, hin heerumanille'e.


Isin gara qacha'aa yookiin ganda tokkoo hennaa seentani, haga achii baataniif mana nama isin simatee san taa'aa'a.


Inni hennaa waan Yesuusii dhagaye, manguddoota Yihuudii gara isaa ergee, akka inni dhufee hojjataa isaa isaaf fayyisu kadhateen.


kanaafuu, Namni kun gargaarsa sirraa argatuu barbaachisa» jedhanii jabeessanii kadhataniin.


Inni maatii ufii maraa woliin nama Rabbiin kaddaamuu fi nama Rabbiin sodaatu bani'iillee keenna hedduu kenna'aa; hennaa maraa Rabbiin faateffata'aa ture.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite