Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 7:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Bariisaallee achii ka'anii gara qachaa Naayin jedhamtuu takka dhaqe; darasoonni isaatii fi gumiin hedduunillee isa woliin deeman.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Guyyaa itti aanutti Yesus gara magaalaa Naayin jedhamtuu takkaa ni deeme, barattoonni isaatii fi ummanni baayi'een'llee isa woliin ni deeman,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Bariisaallee achii ka'anii gara qachaa Naayin jedhamtuu takka dhaqe; darasoonni isaatii fi gumiin hedduunillee isa woliin deeman.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 7:11
3 Referans Kwoze  

Rabbi Yesuusii nama Naazireetii Ayyaana Woyyu'uu fi hunnaan isa muude. Yesuus waan mishaa godha'aa worra daabiloosii bitaman maraa fayyisa'aa olii gad deeme. Waan Rabbi isa woliin jiruuf.


Worri ergamanillee hennaa gara manaa deebi'an hojjataa san ka fayyeeru argan.


Hennaa gara balbala qachaa sanii dhiyaate, jarri tokko nama du'e baadhatanii gad baasan. Ka du'e sun haadha ufiitiif tokkicha ture. Isiin ta abbaa manaa hin qabne turte; baniin qachaa saniillee heddutu woliin ture.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite