Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 6:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Achiin maayessa Yesuus isaaniin, «Ani waa isin gaafadha: Seerri keenna guyyaa Sambataatiin maal akka goonu nu ajaja? waan mishaa moo waan hama'a? Lubbuu fayyisu'u moo ajjeesu'u?» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Yeroo kanatti Yesus, «Mee isin haa gaafadhuu, haa ta'u malee guyyaa Sanbbataatiin ka eeyyamamee waan mishaa raawwachu'u moo? yookiin waan hama'a? lubbuu baasu'u moo yookiin balleesu'u?» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Achiin maayessa Yesuus isaaniin, «Ani waa isin gaafadha: Seerri keenna guyyaa Sambataatiin maal akka goonu nu ajaja? waan mishaa mo'o waan hama'a? Lubbuu fayyisu'u mo'o ajjeesu'u?» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 6:9
7 Referans Kwoze  

Yesuus deebisee, «Guyyaa Sambata diqqa'aatiin nama fayyisuun eeyyamameera moo? hin eeyyamamne?» jedhee barsiisota Seeraatii fi Fariisota gaafate.


Achiin maayii inni isaaniin, «Guyyaa Sambataatiin waan mishaa godhu'u moo waan badaa godhutu Seeraan kennameera? Lubbuu fayyisu'u moo ajjeessu'u?» jedhe. Isaan ammoo hin cadhisan.


Achiin maayessa isaan achii ka'anii gara qachaa biraa deeman.


Inni ammoo yaada isaanii beekee namicha harki isaa naafateen ka'ii edduu isaanii dhaabadhu jedheen. Innillee ka'ee dhaabate.


Yesuus gara namoota isa marsanii laalee, namichaan ammoo, «Harka kee diriirsi» jedheen. Innillee harka ufii hin diriirse, harki isaallee akkuma harka kaanii fayyaa ta'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite