Wongeela Luqaas 6:8 - WAADAA LAMMATAA8 Inni ammoo yaada isaanii beekee namicha harki isaa naafateen ka'ii edduu isaanii dhaabadhu jedheen. Innillee ka'ee dhaabate. Gade chapit laWaadaa Haarawa8 Yesus garuu yaada isaanii beekee namicha harka naafaatiin, «Ka'iitii jidduu dhaabadhu!» jedheen, naafttichi'llee ka'eeti, jidduu ni dhaabate. Gade chapit laKitaaba Woyyuu8 Inni ammo yaada isaanii beekee namicha harki isaa naafateen «ka'ii edduu isaanii dhaabadhu» jedheen; Inni ka'ee dhaabate. Gade chapit la |