Wongeela Luqaas 6:2 - WAADAA LAMMATAA2 Fariisota keessaa namoonni gari gariin, «Isin maaliif waan guyyaa Sambataatiin godhamuun hin malle gootan?» jedhanii isaan gaafatan. Gade chapit laWaadaa Haarawa2 Fariisota keessaa tokko tokko barattoota isaatiin, «Guyyaa Sanbbataatiin raawwatamuu waan hin malle, maali'iif raawwattan?» isaaniin jedhan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Fariisota keessaa namoonni gari gariin, «Isin maaf waan guyyaa Sambataatiin godhamuun hin malle gootan?» jedhanii isaan gaafatan. Gade chapit la |