Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 6:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Isaanillee akka malee aaranii Yesuusiin maal haa goonuun? jedha'aa woliin mari'atan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Barsiisonni seeraatii fi Farisonni garuu haalaan dallananii, Yesusiin irratti maal raawwachuu akka qaban, ni mari'atan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Isaan akka malee aaranii Yesuusiin maal haa goonu? jedha'aa woliin mari'atan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 6:11
16 Referans Kwoze  

Isaanillee hennaa waan kana dhagayan guddisanii aaranii isaan ajjeesu'uuf yaadan.


Mana sagadaa marattuu hennaa hedduu akka isaan arrabsan namoota jajjabessa'aa ture. Guddisee hennaa isaaniin lolu, haga qacha'aan alaatii fi haga biyyaan alaa isaan ari'a'aa ture.


Hennaa kana dhagayan guddisanii aaranii ilkaan itti ciniinnatan.


Pheexroosii fi Yohaannis ammoo deebisanii, «Rabbiin dhagayuu caalaa isin dhagayuun barbaachisaa akka ta'e isinumti murteesaa'a.


Gumii keessaa gara diidaa akka bayan isaan ajajaniiti,


Eeganaa bulchoonni gadootaa gumii Fariisotaa wolitti qabanii, «Namni kun Maalalee hedduu waan godha'aaruuf, maal haa goonuu?


Achiin maayii Yihuudonni Yesuusiin ajjeesu'uuf soqa'aa waan turaniif, Yihuudaa keessa deddebi'uu waan hin feeneef, Galiilaa keessa deddeema'aa ture.


Namoonni mana sagada Yihuudotaa keessa jiran maruu hennaa kana dhagayan akka malee aaran.


Bulchoonni gadootaatii fi Fariisonni hennaa mammaaka dhagayan, akka inni waan isaanii dubbata'aaru hubatan.


Isaan, «Waan nu dhalee hin qabneef akkana jedha» woliin jedhan.


Yesuus gara namoota isa marsanii laalee, namichaan ammoo, «Harka kee diriirsi» jedheen. Innillee harka ufii hin diriirse, harki isaallee akkuma harka kaanii fayyaa ta'e.


Innillee torbaanuma san keessa kadhachu'uuf gara gaaraa ol bayee, Halkan guutuu Rabbiin kadhata'aa bule.


Haata'uu ammoo gowwummaan isaanii akkasuma ifa ta'ee, marattuu waan mudhatuuf ka duraa caalaa isaanii hin qajeelu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite