Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 6:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Yesuus gara namoota isa marsanii laalee, namichaan ammoo, «Harka kee diriirsi» jedheen. Innillee harka ufii hin diriirse, harki isaallee akkuma harka kaanii fayyaa ta'e.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Yesus gara namoota naannoo isaa jiran maraa eega laaleen duubatti namicha harka naafttichaatiin, «Harka kee diiririssi!» jedheen. Inni'llee harka isaa yoo diriirssetti, ni fayyeef, akka harka kaanii'llee ni ta'eef.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Yesuus gara namoota isa marsanii laalee namichaan ammo, «Harka kee diriirsi» jedheen. Inni harka ufii hin diriirse; harki isaallee akkuma harka kaanii fayyaa ta'e.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 6:10
7 Referans Kwoze  

Innillee gar-jabeenna isaaniititti akka malee gaddee, aari'iin garagalee isaan laalee, namicha naafata'aan, «Harka kee diriirsi» jedheen. Namichillee harka ufii diriirse; harki isaallee hin fayye.


Yesuus, «Ka'i, itillee irra ciiftu baadhadhuu deemi» jedheen.


Achiin maayessa Yesuus isaaniin, «Ani waa isin gaafadha: Seerri keenna guyyaa Sambataatiin maal akka goonu nu ajaja? waan mishaa moo waan hama'a? Lubbuu fayyisu'u moo ajjeesu'u?» isaaniin jedhe.


Isaanillee akka malee aaranii Yesuusiin maal haa goonuun? jedha'aa woliin mari'atan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite