Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 6:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Guyyaa Sambata diqqa'aa Yesuus maasaa midhaanii keessa lufa'aa ture. Darasoonni isaallee asheeta kukuta'aa harkaan sukkuuma'aa nyaata'aa turan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Guyyaa Sanbbataatiin Yesus oorruu qonnaa keessaan uduma dabrra'aa jiru, barattoonni isaa asheeta qamadii mura'aa, harkatti sukuuma'aa nyaachuu jala ni qaban,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Guyyaa Sambataa Yesuus maasaa midhaanii keessa lufa'aa ture. Darasoonni isaallee asheeta kukkuta'aa harkaan sukkuuma'aa nyaata'aa turan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 6:1
10 Referans Kwoze  

Namni daadhii woyni'ii ka baye haga dhugeen maayii ka hin baayiin dhuguu ka barbaadu hin jiru. Inni, ‹Ka baye woyya› jedha» jedhe.


Gaafa biraallee guyyaa Sambataa gara mana sagada Yihuudotaa seenee barsiise. Hennaa san namichi harki isaa ka mirgaa naafate tokko achi ture.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite