Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 5:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Waan qurxummii qabanii isaaf worri isa woliin ture maruu hin maalalfatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Kana'llee wonitti jedheef, isaa fi waaheloonni isa woliin turan marrinuu baayi'inna qurxummii qabanii irraa kan ka'een, haalaan malalffatanii waan turaniif.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Waan qurxummii qabanii isaa fi worri isa woliin ture maruu hin maalalfatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 5:9
8 Referans Kwoze  

Inni baalli'iin barsiisa'aa waan tureef dubbii barumsa isaa maalalan.


Isaan akka malee waan sodaataniiraniif, Pheexroos woma jedha'aaruu hin beenne.


Namoonni maruu maalalfatanii, «Dubbiin akkanaa kun maal? baalli'ii fi hunnaan ayyaanota battii ajaja; isaanillee ajajamanii bayan» jedha'aa woliin qaaqan.


Simoon Pheexroos ammoo kana hennaa arge jilba Yesuusii jalatti kufee, «Gooftaa'a, ani cubbama'a natti hin dhiyaatin!» jedheen.


Akkasuma ammoo hiriyyoota Simoon worri turan, ilmaan Zabdewoosii Yaaqoobii fi Yohaannisillee hin maalalan. Yesuusillee Simooniin, «Hin sodaatin! ammaa achi nama nama qabu taataa» jedheen.


Worri dhagayan maruu waan tisseen itti himte san maalalfatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite