Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 5:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Hiriyyoonni isaanii worri yabala biraa keessa turan dhufanii akka isaan gargaaran harkaan haatatan. Isaanillee dhufanii yaballan lamaanuu haga liqimffamuu gayutti guutan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Kanaaf waaheloota isaanii ka hoboloo bira'aa irra turan dhufanii akka isaan gargaaraniif ijaan isaan ni waaman, isaan'llee dhufanii haga hoboloowwan lamaan liqimfamu'uuf muraafnni isaan hafutti, qurxummi'iin isaan ni guutan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Hiriyyoonni isaanii worri yabala biraa keessa turan dhufanii akka isaan gargaaran harkaan haatatan. Isaanillee dhufanii yaballan lamaanuu haga liqimfamuu gayutti guutan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 5:7
9 Referans Kwoze  

Atillee akkasuma hujii kiyyaaf ka na woliin dhuga'aan qabamte! Akka isaan gargaartu si kadhadha; maqaan isaanii kitaaba jireennaa keessatti worra barreeffaman Qaleminxoosii fi akkasuma na woliin worra hojjatan, kuuwwanillee waan Oduu Nagayaatiif na woliin dadhabaniiran.


Isin keessaa gari gariin ba'aa nama kaanii haa baadhatuu, akkasuma seera Kiristoosii raawwadhaa'a.


Barnabaasillee Saa'ooliin soqu'uuf gara Xeerseesii dhaqe; hennaa isa arge gara Anxookiya'aa isa fide.


Darasoonni isaa Banii achitti dhiisanii akkuma Yesuus durumaan yabala keessa taa'eeruun isa fuudhanii deeman. Yaballan biraallee isa woliin turan.


Hennaa kana godhan qurxummii heddu qaban. Siiboon isaaniillee hin biinxame.


Simoon Pheexroos ammoo kana hennaa arge jilba Yesuusii jalatti kufee, «Gooftaa'a, ani cubbama'a natti hin dhiyaatin!» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite