Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 5:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Hennaa kana godhan qurxummii heddu qaban. Siiboon isaaniillee hin biinxame.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 Tabbaarrii'llee yeroo darbatanitti haga tabbaarriin tarsa'utti, qurxummii haalaan baayi'e'ee ni qaban.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Hennaa kana godhan qurxummii heddu qaban. Siiboon isaaniillee hin biinxame.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 5:6
8 Referans Kwoze  

Kanaaf obboleeyyan tiyya! Jaalatamtoota dadhabbiin keessan, Goofta'aan duwwaa akka hin taane, waan beettaniirtaniif, worra midhaaffatan ka hin sochoone worra hujiin Goofta'aa hennaa maraa isinii baay'ate ta'aa'a.


Waan mishaa hojjachuu akka hin dadhabne yoo abdii kutuu baanne, hennaa haamaan gaye hin haamanna.


Haata'uu ammoo worra dubbii dhagayan keessaa heddutu amane. Laakkofsi dhiiraallee haga kuma shanii ta'e.


Worri dubbii fudhatan cuuphaman; guyyaa san namoonni kuma sadihii isaanitti eda'aman.


Hiriyyoonni isaanii worri yabala biraa keessa turan dhufanii akka isaan gargaaran harkaan haatatan. Isaanillee dhufanii yaballan lamaanuu haga liqimffamuu gayutti guutan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite