Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 5:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Simoonillee, «Barsiisaa'a, eda halkan guutuu dadhabaa bullee womaa hin qabne, haata'uu ammoo, yoo ati jette ani siiboo hin buusa» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Simoon'llee, «Yaa barsiisaa! Halkan guutuu dadhaba'aa bullee womaayyuu hin qabnne, ati eega jette garuu kunoo! Tabbaarrii ni darbanna» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Simoon, «Barsiisaa'a! eda halkan guutuu dadhaba'aa bullee womaa hin qabne; haa ta'uu ammo yoo ati jette ani siiboo hin darba» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 5:5
14 Referans Kwoze  

Achiin maayessa haati Yesuusii, «Waan inni isinitti himu godhaa'a» jettee worra ansaadanitti himte.


Waan ani isin ajaje maraa uduu gootanii isin jaalalloota tiyya.


Simoon Pheexroos, «Ani Qurxummii qabu'uuf deema'aara» isaaniin jedhe. Isaan, «Nullee si woliin deemna» jedhaniin. Bayanii gara yabalaa seenan. Halkan san ammoo womaa hin qabne.


Hennaa san darasoonni isaa gara isaa dhiyaatanii, Gooftaa keenna banne! jedha'aa isa kaasan. Innillee dammaqee bubbe'eef danbalii bisaanii teedeffatee cadhisiise. Dambaliinillee hin cadhise.


Laagaa isaanii ol qabatanii, yabo'oo, «Gooftaa Yesuus nu maari!» jedhaniin.


Akkuma namoonni sun isa biraa deemaniin, Pheexroos Yesuusiin, «Barsiisaa'a! Asitti argamuun keenna waan misha'a; daasee sadihii, tokko siif, tokko Muuse'eef, tokko ammoo Eeliyaasiif haa ijaarruu» isaan jedhe; Inni ammoo woma dubbata'aaruu hin beeku ture.


Yohaannis deebisee, «Barsiisaa'a, namichi tokko maqaa keetiin uduu jinnii baasu arginee, waan inni keenna hin taaneef, dhooggineen» jedheen.


Yesuusillee, «Eentu na tuqee?» jedhee gaafate. Isaan maruu nu'uu miti jedhanii waakkatan. Pheexroosi, «Barsiisaa kiyya, gumiin maruu si hucuuceera, si dhiiba'aaralle'e» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite