Wongeela Luqaas 5:4 - WAADAA LAMMATAA4 Haga dubbii ufii fixateen maayessa Simooniin, «Gara bisaan xiilla'aa sissiitii, qurxummii qabu'uuf siibota keessan gadi darbaa'a» jedheen. Gade chapit laWaadaa Haarawa4 Haasaya isaa eega xumureen duubatti'llee Simooniin, «Hoboloo gara garba ciisaa gad fago'oo achi fageessii atii fi waaheloonni kee qurxummii qabu'uuf, tabbaarrii keessan darbadhaa» jedheen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu4 Haga dubbii ufii fixateen maayessa Simooniin, «Gara bisaan xiilla'aa sissiitii, qurxummii qabu'uuf siiboo keessan gad darbaa'a» jedheen. Gade chapit la |