Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 5:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Yabaloota lamaan qaccee galaanaa dhaabatan argee; worri qurxummii qaban ammoo yabala ufii keessaa bayanii siiboo isaanii miica'aa turan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Inni'llee gara hundda garba ciisa'aa biratti dhiyaatanii ka dhaabatan, hoboloowwan lamaa ni arge, qurxummii qabddoonni garuu hoboloowwan irraa bu'anii, tabbaarriiwwan isaanii ni miican ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Yaballan lamaan qaccee galaanaa dhaabatan arge; worri qurxummii qaban ammo yabala ufii keessaa bayanii siiboo ufii miica'aa turan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 5:2
7 Referans Kwoze  

Akkuma diqqoo achi siiqeen, ilmaan Zabdiwoosii Yaaqoobii fi obboleessa isaa Yohaannisiin yabala irratti uduu isaan siiboo midhaaffatan argee,


Inni akkuma achii deemeen, obboleeyyan lamaan Yaaqoobii fi Yohaannisiin, ilmaan Zabdewoosii arge. Isaan yabala ufii keessatti abbaa ufii Zabdewoosiin woliin Siiboo uduu midhaaffatan argee, isaan waame;


Qarqara galaana Galiila'aatiin uduu lufa'aaru obboleeyyan lamaan, Simoonii ka Pheexroos jedhamee fi Indiriyaas obboleessi Simoonii hennaa isaan siiboo gara galaanaa darban arge; Isaan worra qurxummii qaban.


Uduu galaana Gaaliila'aa bira lufa'aaru Simo'onii fi obboleessi isaa Indiriyaas siiboo isaanii gara galaanaa hennaa darban arge. Isaan worra qurxummii qaba'aa turan.


Baniinillee dubbii Rabbii dhagayu'uuf wol dhiibaa uduu jiran inni qaccee galaana Geensaareexii dhaabatee ture.


Yabala Simoonii keessa seenee, Lafa irraa diqqoo gara galaanaa keessa akka siissu isa kadhate. Achiin maayii Yabalattii irra taa'ee Banii barsiisa'aa ture.


Innillee, «Kootta'aa laalaa'a!» jedheen. Isaanillee dhaqanii hulee inni jiraatu argan. Guyyaa san isa woliin oolan. Hennaan sun gara sa'aatii kudhaniiti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite