Wongeela Luqaas 5:12 - WAADAA LAMMATAA12 Gaafa tokko Yesuus qachaa tokko keessa uduu jiru, namichi dhukkuba gogaa kukkutuun qabameeru ka achi jiru tokko, hennaa isa arge, Yesuusiin afo'otti kufee, «Gooftaa'a, yoo fedha kee ta'e na fayyisi» jedhee kadhate. Gade chapit laWaadaa Haarawa12 Guyyaa tokko Yesus magaalaa takka keessa uduu jiru, namichi qaama isaa waashayinni fudhateen tokko gara isaa ni dhufe, inni'llee Yesusiin yeroo argetti kallacha isaatiin gonbbifamee yaa Gooftaa, «Yoo eeyyamtte ana fayyisu'uuf ni dandeetta» jechu'uun, ni kadhateen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Gaafa tokko Yesuus uduu qachaa tokko keessa jiru, namichi dhukkuba gogaa kukkutuun qabameeru ka achi jiru tokko, hennaa isa arge, Yesuusiin afo'otti kufee, «Gooftaa'a! yoo fedha kee ta'e na fayyisi» jedhee kadhate. Gade chapit la |