Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 5:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Isaan yaballan harkisanii qarqaratti baasanii, waan mara dhiisanii Yesuusiin faana deeman.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Isaan'llee hoboloowwan gara arddi'ii titti eega dhiyeessaniin duubatti, waan maraa dhiisanii horddofttoota Yesusii ni ta'an.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Isaan yaballan harkisanii qarqaratti baasanii waan mara dhiisanii Yesuusiin faana deeman.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 5:11
11 Referans Kwoze  

Yomasan siiboo ufii dhiisanii isa faana deeman.


Innillee waan maraa dhiisee, ka'ee, isa faana deeme.


Achiin maayessa Pheexroos deebisee, «Kunoo nu woma maraa dhiifnee si faanaa deemneerra, eegasuu nu maal arganna ree?» jedheen.


Yesuus isa xiinxallee laalee jaalateenii, «Waan tokkotu sirraa dhidhata. Dhaqii, waan qabdu maraa gurgurii, worra hiyyeeyyi'iif kenni, samii gubba'atti badhaadhummaa argattaa; achiin maayessa koottu na faana deemi!» jedheen.


Namni na caalaa abbaa ufii yookiin haadha ufii jaalatu naaf hin malu. Ilma ufii yookiin intala ufii ka na caalaa jaalatu naaf hin malu.


Isaannillee yoosuu yabalaa fi abbaa ufiillee dhiisanii isa faanaa deeman.


Namni maqaa kiyyaaf jedhee mana yookiin obboleessa yookiin obboleettii yookiin Abbaa yookiin haadha yookiin Ijoollee yookiin qonna ufii dhiise maruu, dachaa dhibbaa hin argata; jeennatallee hin gala.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite