Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 4:9 - WAADAA LAMMATAA

9-11 Akkasuma gara Yerusaalemii fideenii fiixxee ginnoo mana woyyu'uu irra ol isa baasee, «Ati yoo Ilma Rabbii taate, asii gad uf darbi» jedheen. ‹Rabbi akka si eeganiif maleekkota ufii sii ajaja. Akka lutti tee horoma dhaga'aan hin gufanne harka ufiitiin ol si qaban› jedhamee waan barreeffameeruuf, ati Ilma Rabbii yoo taate, asi irraa gadi uf darbi» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Saniin duubatti'llee sheexanni Yesusiin gara Yerusaalemii ni fideen, baaxii Mana Waaqeffanna'aa irra akka dhaabatu isa taasisee, akkana'llee ni jedheen, «Ati Ilma Waaqaa yoo taate, mee asi gad utaali bu'i,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Akkasuma gara Yerusaalemii fideenii fiixxee ginnoo mana woyyu'uu irra ol isa baasee, «Ati yoo Ilma Rabbii taate, asii gad uf darbi» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 4:9
7 Referans Kwoze  

Daabiloos, «Ati Ilma Rabbii yoo taate, dhagaa kana akka xoroshoo ta'u ajaji» jedheen.


Isaanillee, «Yesuus, Ilma Rabbii, maal nu irraa qabda? hennaan uduu hin geenne nu rakkisu'uuf dhuftee?» jedha'aa iyyan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite