Wongeela Luqaas 4:8 - WAADAA LAMMATAA8 Yesuus deebisee, «Waaqa Gooftaa keetiif sagadi, Isuma callaa kaddaami! jedhamee barreeffameera» jedheen. Gade chapit laWaadaa Haarawa8 Yesus'llee, «Waaqa Gooftaa kee qofaaf sagadi! Isuma qofa'llee Waaqeffadhu! Jedhamee barreeffamee jira» jechu'uun ni deebiseef. Gade chapit laKitaaba Woyyuu8 Yesuus deebisee, «Waaqa Gooftaa keetiif sagadi, Isuma callaa waaqeffadhu! jedhamee barreeffameera» jedheen. Gade chapit la |