Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 4:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Daabiloosillee gara gaara tokkoo ol isa baasee haga limsuu ijaatitti mootota adunyaa tanaa maraa itti mudhise.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Kanaan duubatti'llee sheexanni Yesusiin gara bakka ol aanaa tokkoo ol baaseenii, motummoota biyya lafaa mara haga limsataa titti itti ni mulidhise.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Daabiloos gara gaara tokkoo ol isa baasee haga limsuu ijaatitti mootota adunyaa tanaa maraa itti mudhise.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 4:5
11 Referans Kwoze  

Wondhaansi keenna dhiigaa fi foon woliin waan hin taaneef, bulchoota, worra baallii qaban, bulchoota abbaa dukkanaa ka adunyaa tanaa, worra samii keessa jiran loltoota ayyaana hammeeyyi'ii woliin.


Ammallee daabiloos gara gaara dheeraa tokko gubba'atti ol isa baasee, Mootoolee biyya lafaatii fi ulfinna isaanillee itti mudhiseeti,


Waan hin mudhanne malee waan mudhatu yoo laaluu baanne rakkoon keenna salpha'a; hennaa heddu ulfinna bara baraa maraa caalaa waan nuu godhamuuf. Wonti mudhatu haguma henna'aati. Wonti hin mudhanne ammoo ka bara baraati.


Worri adunyaa tanattillee fayyadaman maruu akka waan hin fayyadamne haata'an. Biftii adunyaa tanaa waan luftuuf.


Gosa maraaf ragaa akka ta'u, Oduun Nagayaa ka jeennataa, biyya lafaa maratti hin lallabama. Achiin maayessa muummeen hin dhufti» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite