Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 4:42 - WAADAA LAMMATAA

42 Yesuus akkuma lafti bariiteen bayee gara lafa udume'ee deeme. Baniin isa barbaadee gara isaa dhufe. Inni isaan dhiisee gara biraa akka hin deemne dhoogguu barbaadan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

42 Yeroo bari'etti'llee Yesus achii bayee gara bakka naminni hin jirree gara bakka udume'ee tokko ni deeme, namoonni'llee ni barbaadaniin turan, yeroo argataniintti'llee, «Nurraa hin deemin jedhanii!» ni kadhataniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

42 Yesuus akkuma lafti bariiteen bayee gara lafa udume'ee deeme. Baniin isa barbaadee gara isaa dhufe. Inni isaan dhiisee gara biraa akka hin deemne dhoogguu barbaadan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 4:42
10 Referans Kwoze  

Innillee torbaanuma san keessa kadhachu'uuf gara gaaraa ol bayee, Halkan guutuu Rabbiin kadhata'aa bule.


Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, «Nyaanni kiyya, fedha ka na ergee raawwachu'uu fi hojii isaa fixu'u.


Baniinillee Yesuus yookiin darasoonni achi akka hin jirre haga argan, ufumaa yabala keessa seenanii Yesuusiin soqa'aa gara Qifirinaahoomii dhaqan.


Namoonni Samaariya'aallee gara isaa hennaa dhufan, akka inni isaan woliin jiraatuuf kadhataniin. Innillee haga guyyaa lamaa achi oole.


Isaan, «Waan lafti galgalaayee dukkanaayeeruuf nu bira buli» jedhanii jabeessanii kadhataniin. Innillee isaan bira bulu'uuf seene.


Inni ammoo akkuma arge dubbata'aa, oduu biyya maraan gaye. Kanaaf Yesuus achiin maayessa hulee udumee namni hin jirre ture malee, gara qacha'aa seenuu hin dandeenne. Namoonni bakka adda addaatii gara isaa dhufa'aa turan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite