Wongeela Luqaas 4:41 - WAADAA LAMMATAA41 Jinniin ammoo, «Ati Kiristoosii Ilma Rabbiiti» jedha'aa namoota hedduu keessaa iyya'aa bayani. Akka inni Kiristoosiin ta'e waan beekaniif, Innillee isaan teedeffate akka isaan hin dubbanne isaan dhoogge. Gade chapit laWaadaa Haarawa41 Jinniiwwan'llee, «Ati Ilma Waaqaati!» jedha'aa iyyu'uun, namoota baayi'ee gad dhiisa'aa ni bayan ture, inni Masihicha ta'uu isaa'llee beekaniinii turan. Yesus garuu waayee isaa womaayuu akka hin dubbanneef isaanitti baanachu'uun, isaan ni dhoogga ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu41 Jinniin ammo, «Ati Kiristoosii Ilma Rabbiiti» jedha'aa namoota heddu keessaa iyya'aa bayan. Akka inni Kiristoosiin ta'e waan beekaniif, Innillee isaan teedeffate akka hin dubbanne isaan dhoogge. Gade chapit la |