Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 4:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Yesuus, « ‹Namni dubbii Rabbiitiin jiraata malee, xoroshoo calla'aan hin jiraatu› jedhamee barreeffameera» jedhee deebiseef.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Yesus'llee, «Naminni buddeena qofaan hin jiraatu, Jedhamee barreeffamee jira» jechu'uun, ni deebiseef.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Yesuus, « ‹Namni dubbii Rabbiitiin jiraata malee, xoroshoo calla'aan hin jiraatu› jedhamee barreeffameera» jedhee deebiseef.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 4:4
13 Referans Kwoze  

Innillee deebisee «Namni dubbii afaan Rabbiitii bayuun jiraata malee, xoroshoo calla'aan hin jiraatu» jedhamee barreeffameera jedheen.


Fayyinna akka gulloo sibiilaatitti mata'atti godhaa'a; guraadee Ayyaanaa qabadhaa'a; innillee dubbii Rabbiiti.


«Maarre, ‹Maal nyaanna?› yookiin ‹Maal dhunna?› yookiin ‹Maal uffanna?› jedha'aa hin yaaddayinaa'a;


Yesuus deebisee, «Waaqa Gooftaa keetiif sagadi, Isuma callaa kaddaami! jedhamee barreeffameera» jedheen.


Achiin maayessa Yesuus, «Korojoo, karaxiitii yookiin kophee uduu hin qabatin hennaa ani isin erge, wonti isin jalaa dhidhate jiraa?» Isaaniin jedhe. Isaanillee, «Womaa hin dhidhanne!» jedhan.


Daabiloos, «Ati Ilma Rabbii yoo taate, dhagaa kana akka xoroshoo ta'u ajaji» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite