Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 4:25 - WAADAA LAMMATAA

25 Ani dhugamaan isiniin jedha, bara Eeliyaasii raattichaatitti woggaa sadihii fi ji'a jahaa roobni caamee, beelli jabaan biyya maraa irratti hennaa bu'e, Biyya Isiraa'elii keessatti haati hiyyeeyyi'ii heddutu ture.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 «Ana dhageeffadhaa dhugaa jiru isinitti haa himuu, bara nabiyyicha Eliyaasii titti woggaa sadihii fi ji'a jahaa roobnni roobuu dhabuu isaatiin, biyya marattuu beelli cimaan ta'ee ture, yeroo san biyya Israa'eelii titti abbaan worraa isaanii ka irraa du'an dubarttoonni baayi'een, ni turan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Ani dhugamaan isiniin jedha, bara Eeliyaasii raattichaatitti woggaa sadihii fi ji'a jahaa roobni caamee, hennaa beelli jabaan biyya maraa irratti bu'e, biyya Israa'elii keessatti haati hiyyeeyyi'ii heddutu ture.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 4:25
12 Referans Kwoze  

Eliyaas namuma akka keennaa ture, akka Roobni hin roobne jabeessee kadhate. Biyya lafaa irratti woggaa sadiif ji'a jahaa hin roobne.


Yookiin ati waan ani arjoomeef hinaaftaa?› jedhe.


Hennaa san Yesuus gammachuu Ayyaana Woyyu'uutiin guuttamee, Abbaa Gooftaa ardi'ii fi sami'ii kana ogeeyyi'ii fi beettota jalaa dhossitee daa'immaniif waan ibsiteef si galateeffadha. Ee Abbaa fedhiin kee afoo keetitti akkana waan ta'eef.


Rabbi waa maraa akka fedha ufiitii fi gorsa ufiititti hojjatu, akkuma duraan murteesse ammallee isaa akka taanuuf karaa Kiristoosiitiin nu filate.


Akkuma karaa Kiristoosiitiin hojjachuu jaalatetti akka yaada dhossaa fedha isaa wonti nutti beessiseef,


Haata'uu ammoo ati nama nana, ati ka deebii Rabbiif deebiftu eennu? Hujiin abbaa hujuun, «Maali'iif akkana gootee naa hujje?» jedhaanii?


Rabbi Muuse'een, «Ka araaramu maraafuu hin araarama; ka garaa laafu maraafuu garaa laafa» waan jedhuuf.


Ji'oota raanni kun dubbatamu roobni akka hin roobneef samii cufu'uuf baallii qaban, bisaan hennaa gara dhiigaa jijjiiruu barbaadan maraa bala'aan lafa maraa dhayu'uuf baallii qaban.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite