Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 4:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Achiin maayessa Yesuus, «Akkuma hennaa dubbifamu dhageettan, Barreeffamni Woyyichi kun adha raawwatame» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Inni'llee, «Kunoo! ka amma yoo dubbifamu dhageettan dubbiin kitaaba Qulqullu'uu kun, adha ni raawwatame» isaaniin ni jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Achiin maayessa Yesuus, «Akkuma hennaa dubbifamu dhageettan, Barreeffamni Woyyichi kun adha raawwatame» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 4:21
9 Referans Kwoze  

Rabbi ammoo akka Kiristoosiin irra rakkinni gayu afaan raattota maraatiin dursee waan dubbate akkasuma raawwate.


Maarre raanni Isaayyaas dubbate isaan irratti raawwatameera; wonti raagamellee, ‹Dhagayuu inuma dhageettan, Haata'uu ammoo hin hubattan. laaluu inuma laaltan, Haata'uu ammoo sirima hin argitan,


Isin kitaabbilee woyyootaan waan jireenna bara baraa qabdan waan isinitti fakkaatuuf, isaan qortan. Isaan garuu waan kiyya ragan!


Innillee Kitaaba san maree, tajaajila'atti deebisee kennee taa'e, worri mana sagada Yihuudotaa san keessa turan maruu xiinxallanii isa laala'aa turan.


Maruu isaa ragaa baya'aa turan. Kennaa dubbi'ii Ayyaana qabeessa ka afaan isaatii bayu maalalanii, kun ilma Yooseefiitii mitii? jedhan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite