Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 4:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Achitti halkan afurtamaa fi guyyaa afurtamaa daabiloosiin ataabame, guyyoota sanniin waan womaa hin nyaanneef, kadhaa haga fixeen maayii hin beelaye.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Achitti'llee guyyaa afurtamaa sheexanaan ni qormaatame, guyyoota sanniinitti'llee womaayyuu waan hin nyaatiniif, muumme'etti ni beelaye.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Achitti halkan afurtamaa fi guyyaa afurtamaa daabiloosiin ataabame; guyyoota sanniin waan womaa hin nyaanneef haga faatee fixeen maayii hin beelaye.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 4:2
16 Referans Kwoze  

Cubbu'uun achitti waa maraanuu akkuma keenna qorame; gadicha hayyicha dadhabbii keennatti garaa nuu hin laafne hin qabnu.


Inninuu qoramee waan rakkinna argeef worra qoraman gargaaruu hin danda'a.


Bisaan boolla Yaaqoobiititu achi ture. Yesuusillee waan deema'aa oolee dadhabeef boolla bisaan sanii bira taa'e, hennaan sunillee guyyaa keessaa gara sa'aatii jahaati.


Yesuus ganama barii, hennaa gara qacha'aa deebi'u beelayee,


Inni guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaa haga soomeen maayessa hin beelaye.


Daabiloos, «Ati Ilma Rabbii yoo taate, dhagaa kana akka xoroshoo ta'u ajaji» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite