Wongeela Luqaas 4:16 - WAADAA LAMMATAA16 Innillee gara biyya itti guddatee gara Naazireetii dhaqee, akkuma aada'aatitti guyyaa Sambataa mana sagada Yihuudotaa seenee kitaaba dubbisu'uuf ka'ee dhaabate. Gade chapit laWaadaa Haarawa16 Kanaan duubatti'llee Yesus gara biyya itti guddatee gara Naazireetii ni deeme, akkuma aadaa isaa'llee guyyaa Sanbbataatiin gara bakka wolgayii isaanii ni aseene, kitaabcha dubbisu'uuf'llee ni ka'e, Gade chapit laKitaaba Woyyuu16 Inni gara biyya itti guddatee gara Naazireetii dhaqee akkuma aada'aatitti guyyaa Sambataa mana sagada Yihuudotaa seenee kitaaba dubbisu'uuf ka'ee dhaabate. Gade chapit la |