Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 4:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Yesuusillee deebisee, « ‹Waaqa Gooftaa kee hin qorin› jedhamee barreeffameera» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Yesus'llee, «Waaqa Gooftaa kee ‹hin qormaatniin› jedhamee barreeffamee jira» jechu'uun, ni deebiseef.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Yesuusillee deebisee, « ‹Waaqa Gooftaa kee hin qorin› jedhamee barreeffameera» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 4:12
8 Referans Kwoze  

Akkuma isaan keessaa gari gariin Gooftaa qoranii bofaan dhuman, nullee akka Gooftaa hin qorre.


Yesuusillee deebisee, Barreeffamni Woyyuun, «Waaqa Gooftaa kee hin qorin jedhamee barreeffameera» jedheen.


Daabiloosillee ataabee ufii maraa haga fixeen maayessa haga henna'aatiif isa biraa deeme.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite