Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 3:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Amma dhagaraan muka jala jira. Kanaafuu munni daraaraa mishaa hin daraarre maruu muramee ibiddatti gatama» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Amma garuu qottoon mukiin jala taa'ee jira. Kanaaf firii mishaa mukkiin hin daraarre marrinuu ni murama, gara ibiddaa titti'llee ni gatama.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Amma dhagaraan muka jala jira. Kanaafuu munni daraaraa mishaa hin daraarre maruu muramee ibiddatti gatama» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 3:9
14 Referans Kwoze  

Munni daraaraa mishaa hin daraarre martinuu muramee ibiddatti gatama.


Ka ana keessa hin jiraanne yoo jiraate, akka dame'e muramee gara diidaa gatama, hin goga; dameewwan akkasii wolitti qabamee ibiddatti gatamee gubama.


Uf afoo yoo daraarteef misha'a; yoo hin taane ammoo hin murta jedheen.


Innillee hojjataa ashaakiltii woyini'iitiin, ‹Muka hurbu'uu tana irraa sanyii fudhachu'uuf woggaa sadihiif deddeebi'aa ture. Haata'uu ammoo womaa irraa hin arganne. Muri, maaf lafa balleessitii?› jedheen.


Amma dhagaraan mukkiin hiddatti muru'uuf qophaayeera; munni daraaraa mishaa hin daraarre maruu muramee, ibiddatti gatama.


Waandhi keenna dhugamaan ibidda balleessu waan ta'eef.


Namni seera Muuse'ee tuffate, Namni lamaa yookiin sadihii yoo itti rage, gara laafinna malee ajjeefama.


Innillee akkana jedhee mammaaka kanaan isaanitti dubbate. Nama ashaakiltii woyinii keessatti muka hurbu'uu dhaabate tokkotu jira. Sanyii irraa argadha jedhee laaluuf dhufe; garuu womaa irratti hin argine.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite