Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 3:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Kanaafuu cubbuu irraa deebi'aa'a, waan mishaa hojjadhaa'a, Eegasuu abbaan keenna Abirahaam hin jedhinaa'a, Rabbii dhagaa kanniin keessaa Abirahaamiif ijoollee taasisuu waan danda'uuf.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Kana irra gara Waaqaa deebi'uu keessan hujii muldhisu hojjadhaa malee, nu'u ijoollee Abrahaamiiti jedha'aa onnee keessantti hin dhaadatinaa. Waaqinni dhagaayyii kanniin keessaa Abraahaamiif ijoollee kaasuu akka danda'u, isinitti ni hima.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Kanaafuu cubbuu irraa deebi'aa'a, waan mishaa hojjadhaa'a, Eegasuu abbaan keenna Abrahaam hin jedhinaa'a, Rabbii dhagaa kanniin keessaa Abrahaamiif ijoollee taasisuu waan danda'uuf.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 3:8
29 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo duraan dursee worra Damaasqoo jiran, Yeruusaalemittillee biyya Yihuudotaa maratti, worri Yihuudii hin taanellee akka aagii galaniif akka waan aagii galuun isaan barbaachisu irraa aagii galanii gara Rabbii deebi'aniif dubbadhe.


«Kanaaf, akkana isiniin jedha, jeennanni Rabbii isin irraa fudhatamtee, banii daraaraa godhatuuf kennamti. [


Fiixaa Abrahaamiillee waan ta'aniif, isaan maruu ijoollee isaatii miti. Haata'uu ammoo fiixaan kee Yisihaaqiin sii waamama jedhame.


Kanaafuu seera calla'aan uduu hin taane, akkasuma ka amantaa Abrahamiitiin ta'e, fiixaa isaa maraaf, dubbiin abdi'ii kun akka raawwatamuuf, amantaan akka badhaadhummaa isaa akka ta'uuf, innillee akkuma abbaa worra Yihuudii hin taanee taata jedhame barrayeen, isa du'aa fi jireenna kennu, ka waan hin jirre akka waan jiruu godhee waamu, Waaqa itti amane afo'otti abbaa nu maraati.


Innillee deebisee, «Ani isinitti hima, yoma kunniinillee cadhise, dhakaan hin iyya» isaaniin jedhe.


Isaanillee deebisanii, «Nu fiixaa Abrahaamii ti; garuu nu hennaa kamiinillee garbicha hin taane, Ati, ‹Bilisa baatan› attamitti nuun jetta?» jedhaniin.


Isaanillee deebisanii Abbaan keennallee Abrahaam jedhaniin. Yesuusillee, uduu ijoollee Abrahaamii taatanii hujii Abrahaamii hojjattan.


Eegasuu cubbuu irraa deebi'uu keessan waan mudhisu hojjadhaa'a.


Abbaan keenna Abrahaam jechuun waan isin baasu hin seeyinaa'a. Rabbi dhakaa kanniin fuudhee, Abrahaamiif ilmaan akka ta'an godhuu akka danda'u ani isinitti hima.


Barsiisonni Seera Muuse'ee tii fi Fariisonni, «Ka Rabbiin arabsu kun eennu inni? Rabbii tokkicha malee eennutu cubbuu namaaf dhiisuu danda'a?» jedha'aa yaada'aa turan.


Abbaan mana sanii balbala haga cufeen maayessa isin diida dhaabattanii, ‹Gooftaa Gooftaa nuu bani›! jedha'aa balbala dhayaa kadhattan. Inni garuu deebisee, ‹Eessaa akka dhuftan isin hin beeku› isaaniin jedha.


«Isin ammoo hennaa san, ‹Nu si woliin nyaannee dhunneerra; gumii keenna irrattillee nu barsiifteerta› jechuu jalqabdan.


Ka si'ii fi isallee waame dhufee, ‹Nama kanaa bakka gadi dhiis› yoo siin jedhe, hennaa san ati saalfata'aa hulee san gadi dhiiftee bakka gadi aanaa teetta.


Yesuus ammoo, «Innillee ilma Abrahaamii waan ta'eef, adha mana kanaaf fayyinni ta'eera.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite