Wongeela Luqaas 3:7 - WAADAA LAMMATAA7 Kanaafuu Yohaannis gumii harka isaatitti cuuphamu'uuf dhufaniin akkana jedhe, «Isin ijoollee bofaa! lola dhufa'aaru jalaa akka baqattan eentu isinitti hime? Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Cuuphamu'uuf gara isaa ka dhufan ummata baayi'een Yohaannis akkana ni jedhaan ture, «Isin ilmaan bofa summi'ii! Dheekkamissa dhufu ka Waaqaa jalaa akka baataniif, eennutu ufi isin eeggachiise? Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Kanaafuu Yohaannis gumii harka isaatitti cuuphamu'uuf dhufaniin akkana jedhe, «Isin ijoollee bofaa! dheekkamsa dhufa'aaru jalaa akka baqattan eentu isinitti hime? Gade chapit la |