Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 3:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Baniin maruu haga cuuphameen maayessa, Yesuusillee cuuphame. Inni hennaa kadhatu samiin baname.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Namoonni marrinuu eega cuuphamaniin duubatti, Yesus'llee ni cuuphame, uduma inni kadhata'aa jiru'llee samiin ni banamtte,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Haga baniin maruu cuuphameen maayessa Yesuusillee hin cuuphame. Inni hennaa faateffatu samiin hin baname.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 3:21
11 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo inni gara lafa udume'ee siiqee faateffata'aa ture.


Yesuus gumii haga geegesseen maayii, faateeffachu'uuf hojjuma ufii gara gaaraa ol baye. Hennaa galgaloofte, inni hojjuma ufii achi ture.


Yesuus hojja ufii uduu faateffata'aaru, darasoota isa woliin turaniin, «Namoonni eennu anaan jedhan?» jedhee isaan gaafate.


Yesuusillee deebisee, «Hennaa ati muka Hurbu'uu jala jirtu si arge waan siin jedheef amantee? waan kana caalu argita jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite