Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 3:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Haannaanii fi Qayaafaan hennaa bulchaa gadootaa ta'aniiranitti dubbiin Rabbii gammoojjii keessatti gara ilma Zakkaariyaasii gara Yohaannisii dhufe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Haanna'aa fi Qayyaafaan'llee qeesota Ol Aanttota ni turan, yeroo sanitti ilmi Zakaariyaasii Yohaannis gammoojjii uduu jiru, dubbiin Waaqaa gara isaa ni dhufe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Hennaa Haannaanii fi Qayyaaffaan bulchoota gadootaa ta'aniiranitti dubbiin Rabbii gammoojjii keessatti gara ilma Zakkaariyaasii gara Yohaannisii dhufe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 3:2
21 Referans Kwoze  

Kanaaf Haannaan Yesuusiin akkuma hidhameen gara bulchaa gadootaa gara Qayyaaffa'aa ergeen.


Daa'imnillee guddatee, Ayyaanaan jabaatee haga gaafa banii Isiraa'eliititti mudhatuuf lafa udume'ee keessa jiraate.


Yohaannisillee deebisee, «Akka raattichi Isaayyaas jedhetti, ‹Karaa Goofta'aa qajeelchaa'a› jedhee, lafa udume'ee keessatti laagaan nama iyyuu sun na'a» jedhe.


Achiin maayii hayyichi gadootaatii fi manguddoonni gumi'ii dallawwa gadicha guddaa Qayyaafaa jedhamuutitti walgayan.


Darasoonni Yohaannisii cuupha'aa akkuma lixaniin, Yesuus akkana jedhee bani'itti waan Yohaannisii himuu jalqabe. Maal laalu'uuf gara lafa udume'ee baatan? Oyyaa Leemmanii ka bubbe'een socho'u laalu'uuf moo?


Kitaaba raatticha Isaayyaasii keessatti, «Ani ergamaa kiyya ka karaa sii qopheessu si afo'otti erga.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite