Wongeela Luqaas 3:16 - WAADAA LAMMATAA16 Yohaannis deebisee, «Ani bisaaniin isin cuupha. Haata'uu ammoo ka ani miseensa kophee isaa hiikuun naaf hin malle ka na caalu hin dhufa. Inni ayyaana woyyu'uuf ibiddaan isin cuupha. Gade chapit laWaadaa Haarawa16 Yohaannis garuu isaan maraanuu akkana ni jedhe, «Ani bishaaniin isin ni cuupha, garuu ka bira'aa ka ana irra jabaa ta'e ni dhufa, ani hidhaanuma kophee isaa'llee hiiku'uuf ka gayee miti, inni Hafuura Qulqullu'uu fi ibiddaan isin ni cuupha. Gade chapit laKitaaba Woyyuu16 Yohaannis deebisee, «Ani bisaaniin isin cuupha. Haa ta'uu ammo ka ani miseensa kophee isaa hiikuun naaf hin malle ka na caalu hin dhufa. Inni ayyaana woyyu'uu fi ibiddaan isin cuupha. Gade chapit la |