Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 3:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Uduu gumiin isa eega'aaru, isaan martinuu garaa ufii keessatti, «Yohaannisiin kun Kiristoosiin ta'innaa?» jedha'aa yaada'aa turan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Bara sanitti ummanni marrinuu dhufaatii Masihichaa abddi'iin ni eeggata ture, kanaaf Yohaannisiin, «Naminni kun yookiin Masihicha ta'aa laata?» jedha'aa, onnee isaanii titti ni yaadan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Uduu gumiin isa eega'aaru isaan martinuu garaa ufii keessatti, «Yohaannisiin kun Kiristoosiin ta'innaa?» jedha'aa yaada'aa turan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 3:15
4 Referans Kwoze  

Yihuudonni isa marsanii, «Haga yoomii mamii keessa nu tursiifta? Ati yoo Kiristoosiin taate ifa godhii nutti himi» jedhaniin.


Isaan, «Waan nu dhalee hin qabneef akkana jedha» woliin jedhan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite