Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 3:14 - WAADAA LAMMATAA

14 Loltoonni gariin, «Nu hoo ree? maal goona?» jedhanii isa gaafatan. Innillee isaaniin, «Eennuun irrattillee waan hamaa hin hojjatinaa'a, eennuunillee dharaan hin himatinaa'a, mindaan keessanuu isin haa gayuu» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

14 Lolttoonni'llee dhufanii, «Nu'u hoo maal haa taasfnnu» ni jedhaniin, Inni'llee, «Qabeenna namaa akka male'een saamittanii hin fudhatinaa, eennuun'llee dharaan hin himatinaanii, mindaan keessan isin haa gayu» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

14 Loltoonni gariin, «Nu hoo ree? maal goona?» jedhanii isa gaafatan. Inni isaaniin, «Eennuun irrattillee waan hamaa hin hojjatinaa'a; eennuunillee sobaan hin himatinaa'a; mindaan keessanuu isin haa gayuu» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 3:14
15 Referans Kwoze  

Kana yoo jedhu waan hanqinnaa jechuu kiyyaa miti. «Wonti qabu na gaya» jechuu waan baradheeruuf.


Zakiwoos ammoo dhaabatee Goofta'aan, «Gooftaa kiyya! Ani waan qabu maraa irraa wadhakkaa hiyyeeyyi'iif hin kenna, eennuun irraallee dharaan sobee waan tokko yoo fudhadhee jiraadhe dachaa afur deebisaaf» jedhe.


Laagaan guddaan sami'itti hennaa akkana jedhu dhagaye. «Amma baalliin fayyinni, hunni, jeennanni ka Waaqa keenna Yesuus Kiristoosiiti. Himattoonni halkanii fi guyyaa Waaqa keenna afo'otti, obboleewwan teenna himatan waan gadi darbamaniif.


Akkasuma haawwotiin jaaran haalli jireenna isaanii tajaajila woyyu'uuf gayaa ta'uu barbaachisa, worra hin hamanne, worra dhuddoo daadhii woyyini'ii baayi'eetiin hin sobamnee fi worra waan mishaa barsiisu haa ta'anii.


Edduu isaaniititti dubbii jireennaa dhiyeessa'aa adunyaa tana keessatti akka ifaatitti mudhatan.


Maleekkaan isatti dubbate sun haga biraa deeme garboota mana isaa keessaa nama lamaan worra loltuu isaaf amanaman keessaa nama Rabbiin kaddaamu tokko waamee,


Yesuus hennaa qachaa Qifirnaahomii seene, ajajaan dhibbaa tokko gara isaa dhiyaatee, akkana jedhee isa kadhate.


Hennaa san gumi'iin, «Maal haa goonuree?» jedhanii gaafataniin.


«Waan seeraan murtaaye caalchiftanii hin guurinaa'a» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite