Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 3:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Hennaa san gumi'iin, «Maal haa goonuree?» jedhanii gaafataniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Ummanni'llee, «Eegaa maal haa taasfnnu?» jechu'uun, Yohaannisiin ni gaafatan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Hennaa san gumiin, «Maal haa goonu ree?» jedhanii gaafataniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 3:10
7 Referans Kwoze  

Hennaa kana dhagayan garaan isaanii tuqamee Pheexroosii fi ergamoota kaawwaniinillee, «Obboleeyyan tiyya! maal haa goonuu?» isaaniin jedhan.


Loltoonni gariin, «Nu hoo ree? maal goona?» jedhanii isa gaafatan. Innillee isaaniin, «Eennuun irrattillee waan hamaa hin hojjatinaa'a, eennuunillee dharaan hin himatinaa'a, mindaan keessanuu isin haa gayuu» isaaniin jedhe.


Jara gara diidaa gad baasee, «Gooftota tiyya fayyu'uuf maal godhuu na barbaachisa?» isaaniin jedhe.


Kanaafuu cubbuu irraa deebi'aa'a, waan mishaa hojjadhaa'a, Eegasuu abbaan keenna Abirahaam hin jedhinaa'a, Rabbii dhagaa kanniin keessaa Abirahaamiif ijoollee taasisuu waan danda'uuf.


Hollata'aatti maalalfatee, «Gooftaa kiyya! Akka maal godhu feeta?» jedheen. Gooftaanillee, «Ka'iitii gara qacha'aa seeniitii waan godhuu si barbaachisu sitti himan» jedheen.


Qaraxxoonnillee akkasuma cuuphamu'uuf dhufanii, «Barsiisaa'a, maal haa goonuu?» jedhanii isa gaafatan.


Pheexroosillee akkana jedhe, «Agii galaa'a; cubbuunillee akka isiniif dhiifamtu, marti keessanuu maqaa Yesuus Kiristoosiitiin cuuphamaa'a. Kennaa Ayyaana Woyyu'uullee hin fudhattanii.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite