Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 24:8 - WAADAA LAMMATAA

8-9 Dubartoonnillee hennaa san waan inni dubbate yaadataniiti hulee awwaalaatii deebi'anii kana maraa kudha tokkoo isaaniitiif worra kaawwan marattuu himan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Dubarttoonni'llee dubbii Yesusii ni yaadatan,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Dubartoonnillee hennaa san waan inni dubbate yaadatanii

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 24:8
4 Referans Kwoze  

Ayyaanni Woyyuun Abbaan kiyya maqaa kiyyaan ergu ammoo booharsaan inni waa maraa isin barsiisa. Waan ani isinitti hime maraa isin qaabsisa.


Darasonnillee waan kana dura hin hubanne, haata'uu ammoo haga Yesuus kabajjameen maayii, hennaa san kun waan isaatiif akka barreeffame kana akka isaa godhan qaabatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite