Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 24:51 - WAADAA LAMMATAA

51 Uduma isaan eebisa'aaru isaan dhiisee gara sami'ii ol fudhatame.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

51 Uduma isaan eebbisa'aa jiru'llee, isaan biraa fooyamee gara samii ol ni deebi'e.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

51 Uduma isaan eebbisa'aaru isaan dhiisee gara sami'ii ol fudhatame.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 24:51
9 Referans Kwoze  

Kana haga dubbateen maayii uduma isaan isa argan gara sami'ii ol fudhatame; duumeessillee ija isaanii afo'oo isa dhosse.


Yesuusillee, amma gara Abbaa kiyyaa waan ol hin baaneef, «Na hin tuqinii! deemiitii, gara obbolleewwan kiyyaa dhaqiitii, ‹Ani gara Abbaa kiyyaa fi keessanii gara Rabbii kiyyaa fi keessanii ol baya'aara› jedhiitii isaanitti himi!» isi'iin jedhe.


Eeganaa ka gara sami'ii ol baye gadicha hayyicha guddaa Ilma Rabbii Yesuusiin waan qabnuuf jabaannee amantaa keenna haa eennuu.


Inni ka ulfinna isaa calanqisiisuu fi fakkeenna amala isaa ta'ee maraa baallii dubbii ufiitiin irkisa'aa, cubbuu keenna haga qulqulleesseen maayessa sami'itti mirgaa Rabbii ulfinna qabeessaa taa'e.


Gooftaan Yesuusillee isaan woliin haga kana dubbateen maayii gara sami'ii ol deebi'ee mirga Rabbii taa'e.


Innillee achii bayee haga Bitaaniya'aa isaan geegessee harka isaa lamaan ol kaasee isaan eebbise.


Isaanillee isaaf sagadanii guddisanii gammadanii gara Yeruusaalemii deebi'an.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite