Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 24:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Dubartoonni sunniinillee sodaatanii uduu ijaan lafa laala'aaran akkana isaaniin jedhan, «Maaf jiraataa worra du'e keessaa soxxan?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Dubarttoonni'llee haalaan sodaatanii gara lafaa gadi jedhanii uduu jiran namoonni, «Waayee maali'iitiif jiraataa worra du'an jiddu'uu barbaadan?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Dubartoonni sunniin sodaatanii uduu ijaan lafa laala'aaran akkana isaaniin jedhan, «Maaf jiraataa worra du'e keessaa soxxan?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 24:5
15 Referans Kwoze  

Hin sodaatin, ka duraatiif ka dhumaa jiraataan ana. Du'ee ture, kunoo baraa haga bara baraa ani jiraata'a, furtuu du'aatii fi ka asaabaallee hin qaba.


«Gara Maleekkaa woldaa Kiristaanaa Sarminees keessa jirtuu, akkana jedhii barreessi. Ka du'ee ture, ka jiraataa ta'e, ka duraatii fi ka dhumaa akkana jedha.


Karaa tokkoon kudhan keessaa tokko Leewwoota worra du'uu danda'aniin wolitti qabama. Karaa kaaniin ammoo Malkasaadiqii jiraataa ragameef saniin wolitti qabama.


Maariyaam dubbii Maleekkaa Rabbii mamtee «Kun nagaya attamiiti?» jettee yaadde.


Isaan waan kana uduu mama'aaran namoonni lamaan uffata calalaqu uffatanii isaan bira dhaabatan.


Inni asi hin jiru, ka'eera. ‹Ilmi Namaa harka cubbamootaatitti dabarfamee kennamu'uuf, fannifamee, guyyaa saddaffa'aatitti du'aa ka'uun dirqama› jedha'aa ka inni hennaa Galiilaa jiru isinitti dubbate qaabadhaa'a!»


Rabbi ammoo hunna du'aa balleessee isa kaase; duuti isa qabuu waan hin dandeenneef.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite