Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 24:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Pheexroos ammoo ka'ee gara awwaalaa fiige. Achi gayee gadi jedhee yoo laalu uffata fuuttaa irraa hojjatame qofa arge. Waan ta'e kana maalala'aa gara mana ufii deebi'e.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Phexiros garuu ka'ee gara bakka awwaala ni fiige, achi'llee yeroo gayetti gad jedhee yoo laalutti, woyaan leelashe'ee haphii ka reeffi isaa ittiin kafaname akkuma adda kaayamee jiruun ni arge, waan ta'een'llee maalalffata'aa gara manaa ni deebi'e.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Pheexroos ammo ka'ee gara awwaalaa fiige. Achi gayee gad jedhee yoo laalu qoola jirbii irraa hojjatame callaa arge. Waan ta'e kana maalala'aa gara mana ufii deebi'e.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 24:12
2 Referans Kwoze  

Reeffa Yesuusiillee fuudhee akka seera Yihuudonni itti urgo'oon uffata woyaa qoolaatiin sattaran.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite