Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 24:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Isaanillee dubbiin kun waan suuraa isaanitti fakkaateef isaan hin amanne.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Isaan garuu wonitti kun eebijjuu suura'aa isaatti waan fakkaateef, isaan hin amanne.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Isaan dubbiin kun waan suuraa isaanitti fakkaateef isaan hin amanne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 24:11
10 Referans Kwoze  

Isaan ammoo akka inni jiraataa ta'ee fi akka isiin isa argitellee hennaa dhagayan hin amanne.


Innillee akkana isaaniin jedhe, «Isin bada worra hin hubannee fi worra waan raattonni dubbatan maratti ka qalbiin keessan hin amanne,


«Uffata uffadhuu na faana koottu» jedheen. Innillee bayee isa faana deeme; waan manaaba argu itti fakkaata'aa ture malee, wonti Maleekkaan godha'aaru dhugaa ta'uu isaa hin beenne.


Isaanillee deemanii ka biraatitti odeessan. Isaan sunillee isaan hin amanne.


Achiin maayessa uduu isaan hurbaataa nyaachu'uuf ta'aniiran kudha tokkotuu mudhate; ka'ee sababa isaan garaa jabaatanii amanuu dhabaniif isaan tuffate.


Isaanillee guddisanii waan gammadaniif amanuu dadhabanii maalala'aa uduu jiran, waan nyaatan asii waa qabduu? isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite