Wongeela Luqaas 24:10 - WAADAA LAMMATAA10 Worri waan kana ergamtootatti himani, Maariyaamii qachaa Magidala'aa, Yohaanaa, haadha Yaaqoobii Maariyaam, dubartoonni biraallee isaan woliin jiran. Gade chapit laWaadaa Haarawa10 Kana'llee ergamittootatti ka dubbatan Maariyaam magdalaa, haadha Yohanna'aatii fi Yaaqoobii Maariyaamiin, akkuma kana dubarttoonni bira'aa'llee ni jiran turan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu10 Worri waan kana ergamtootatti himan Maariyaamii qachaa Magidala'aa, Yohaanaa, haadha Yaaqoobii Maariyaamii fi dubartoonni biraallee isaan woliin jiran. Gade chapit la |