Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 24:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Guyyaa Sambata gudda'aa isaan keessaa namoonni gariin urgoo qabataniiti isaan woliin obboro'oon gara awwaalaa dhaqan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Dubarttoonni shittoo qopheessan qabatanii torbbee keessaa guyyaa jalqabaa (Dilbbata) ganama obboroo, gara bakka awwaalaa ni dhaqan,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Dubartoonni urgoo qopheeffatan qabatanii guyyaa jalqaba torbaanii isaan woliin obboro'oon gara awwaalaa dhaqan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 24:1
10 Referans Kwoze  

Worri waan kana ergamtootatti himani, Maariyaamii qachaa Magidala'aa, Yohaanaa, haadha Yaaqoobii Maariyaam, dubartoonni biraallee isaan woliin jiran.


Dubartoonni gariin fagoo dhaabatanii laala'aa turan. Isaan keessaa Maariyaamii Magdalaa, Maariyaamii haadha Yaaqoobii maandhichaatii fi Yoose'ee, Saloomeen faati achi jiran. Isaan hennaa inni Galiilaa jiru isa faanaa deemanii, isa tajaajilan. Dubartoonni biraallee isa woliin gara Yeruusaalemii dhufanii achi jiran.


Dhagaan awwaalaan cufame ka gangalfameeru argan.


Wonti biraa ammoo ka nu maalalchiise dubartoonni gariin nu keessaa hulee awwaalaa dhaqanii,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite