Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 23:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Heroodisillee Yesuusiin hennaa arge, guddisee gammade. Sababaa waan isaa dhagayeef hennaa dheeraa isa argu'uuf hawwaa waan tureef. Malkata guddaa inni hojjatu argu'uuf abdii godha'aa ture.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Heerodis Yesusiin yeroo argetti haalaan ni gammade, waayee Yesusii ni dhagaya waan tureef, isa argu'uuf yeroo baayi'ee ni hawwa ture, akkuma kanaan'llee Yesus baasaa yeroo raawwatu argu'uuf'llee, abddii ni taasisa ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Heroodis hennaa hedduu waan Yesuusiin arguu barbaaduuf hennaa isa arge guddisee gammade. Waan isaa waan dhagayee tureef hennaa inni baasa hojjatu argu'uuf hawwa'aa ture.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 23:8
8 Referans Kwoze  

Gurri Yesuusii waan dhagayameeruuf, mootichi Heroodis waan kana dhagaye. «Yohaannisii cuupha'atu du'aa ka'eera; kanaafuu baafni kun isaan hojjatama'aara» jedhe.


Bara san bulchaan kutaa arfaffa'aa Heroodis seenaa Yesuusii dhagayee,


«Ka ani harka irra kaayu maruu Ayyaana Woyyu'uun akka guuttamu naallee baalli kana naa kennaa'a» jedhe.


Yesuusillee, «Akka isin ati abbaan qorichaa uf fayyisi, Qifiranaahomittillee waa hojjachuu kee akkuma dhageenne san asi biyya kee keessattillee hojjadhu jettanii akka natti mammaattan ani shakkii hin qabu» isaaniin jedhe.


Achiin maayii Yesuus gumii'ii fi darasoota ufitti waamee, «Namni na faanaa deemuu barbaadu yoo jiraate, uf haa waakkatuu; fannoo ufiillee baadhatee na faana haa deemuu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite