Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 23:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Philaaxoos ammoo Galiilaa hennaa jedhan dhagayee, inni nama Galiila'aatii jedhee gaafate.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 Philaaxos'llee Galiilaa dubbii jedhu yeroo dhagayetti, «Kun nama biyya Galiila'aatii ree?» jedhee, ni gaafate.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Philaaxoos ammo Galiilaa hennaa jedhan dhagayee, «Inni nama Galiila'aatii?» jedhee gaafate.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 23:6
5 Referans Kwoze  

Achiin maayessa bara namoota laakkayan keessaa, Yihuudaan Galiila'aallee ka'ee namoota hedduu ufitti kutatee shifte. Innillee hin bade. Worri isa woliin jirullee maruu hin bittinnaayan.


Hennaa san namoonni gara Yesuusii dhufanii, namoonni Galiila'aa hennaa ciincaa dhiyeessan, Philaaxoos isaan ajjeesee dhiiga isaanii ciincaa isaan Rabbiif dhiyeessan woliin wolitti make jedhanii Yesuusitti himan.


Pheexroos manaan ala dallawwa keessa taa'ee uduu jiru, Dubartiin hojjattuun takka gara isaa dhuftee, «Atillee Yesuusii Galiila'aa woliin turte!» jetteen.


Isaan ammoo jabeessanii, «Galiila'aa jalqabee haga Yihuudaa maraa keessatti barsiisa'aa gumii booressa» jedhan.


Bulchaa Heroodisii keessaa akka ta'e haga beeke, gara Heroodisii erge. Innillee ammoo hennaa san Yerusaalemiin waan tureef.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite