Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 23:51 - WAADAA LAMMATAA

51 Inni mari'ii fi hujii isaanii keessa hin jiru. Yooseef qachaa Yihuuda'aa ta Armaatiyaas jedhamtuu dhufe, Innillee akkasuma jeennata Rabbii eeggata'aa ture.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

51 Haa ta'u malee marri fi dhawa worra Yihudotaa keessatti hin hirmmaane, inni'llee Mootummaa Waaqaa abddi'iin nama eeggatu ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

51 Inni mari'ii fi hujii isaanii keessa hin jiru. Yooseef qachaa Yihuuda'aa ta Armaatiyaas jedhamtuu dhufe, Inni akkasuma jeennata Rabbii eeggata'aa ture.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 23:51
13 Referans Kwoze  

Hennaa san namichi maqaan isaa Simoon jedhamu ka Yeruusaalemiin keessa jiraatu tokkotu jira. Inni nama qajeela'a, ka jiruu ufii Rabbiif kenneeru. Inni nama fayyinna Israa'elii eeggatu; ka Ayyaanni Woyyuun irra jiru ture.


Haannaan hennama san dhuftee Rabbiin galateeffattee, waan daa'imaa worra bilisa bayuu Yeruusaaleemii eeggatu marattuu dubbatte.


Yooseef namni Armaatiya'aa beekkamaan yaa'ii Yihuudotaa tokko ija jabeennaan Philaaxoosiin bira dhaqee, reeffa Yesuusii akka isaa kennu isa kadhate. Yooseefiin kun inninuu nama dhufa jeennata Rabbii abdi'iin eeggata'aa ture.


Yesuusiin, «Gooftaa kiyya, mootummaa keetiin hennaa dhuftu na qaabadhu!» jedhe.


Hennaa galgalaaye, Namichi dureessi Yooseef jedhamu tokko qachaa Armaatiya'aatii achi dhufe; innillee akkasuma darasaa Yesuusii ture.


Namichi kun gara Philaaxoosii dhaqee reeffa Yesuusii kadhate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite